Wangeelaan Tajaajiluu, Dhugaan Barsiisuu
Serving Through the Gospel, Teaching the Truth
β’ Leenjii Misiyoonarii
β’ Leenjii Macaafa Qulqulluu
β’ Namoota Wangeela tajaajiluu fi barsiisuu barbaadaniif leenjii
π Missionary Training
π Bible Training
π Training for those who desire to serve and teach the Gospel
β’ Wangeela bakka adda addaatti geessuu
β’ Namoota gara Kiristoositti waamuu
β’ Dhugaa Wangeelaa barsiisuu
π Taking the Gospel to different places
π Calling people to Christ
π Teaching the truth of the Gospel
π€ Namoota rakkatan cinaa dhaabbachuu
π§ Daβimman haadha fi abbaa hin qabne deeggaruu
βΏ Qaama miidhamtootaaf deeggarsa gochuu
β€οΈ Haadholii fi abbootii dhukkuba cimaa keessa jiran jajjabeessuu fi cinaa dhaabbachuu
π«Ά Namoota dadhaboo fi gargaarsa barbaadan gargaaruu
π€ Standing with people facing difficulties
π§ Supporting children who have lost their parents
βΏ Supporting people with disabilities
β€οΈ Encouraging and standing with mothers and fathers facing serious illnesses
π«Ά Helping vulnerable people and those in need
βJMMM β Wangeelaan Tajaajiluu, Dhugaan Barsiisuu.β
βJMMM β Serving Through the Gospel, Teaching the Truth.β
π Atiis hojii Waaqayyoo kana keessatti hirmaadhu!
π You too can be part of God's work!