Digital Library JMMM Ethiopia bakka itti kuusaan barreeffamoota Macaafa Qulqulluu, koorsiiwwan Bible School, kitaabota tajaajilaa fi sanadoota barnootaa itti argaman dha.
JMMM Ethiopia Digital Library is a platform that provides Bible study materials, Bible School courses, ministry resources and Christian training documents.
Kaayyoon isaa namoota Dubbii Waaqayyoo barachuu barbaadan deeggaruu, barattoota JMMM Bible School gargaaruu fi qabeenya barnootaa dijitaalaa dhiyeessuu dha.
Its purpose is to support Bible learners, assist JMMM Bible School students and provide digital Christian resources.
Macaafa Qulqulluu dubbisuu fi qorachuuf qabeenya dijitaalaa.
Bible resources for reading, studying and understanding the Word of God.
Read / OpenBarnoota Macaafa Qulqulluu fi barnoota jireenya hafuuraa.
Bible lessons and Christian spiritual training materials.
Read / OpenKoorsiiwwan JMMM Bible School keessatti kennaman.
Courses provided through JMMM Bible School for Biblical education and ministry training.
View CoursesQorannoowwan, sanadoota barnootaa fi meeshaalee tajaajilaa JMMM Ethiopia.
Studies, educational documents and ministry resources of JMMM Ethiopia.
Open DocumentMeeshaalee qormaataa fi leenjii barattoota Bible School gargaaran.
Examination and training materials to support JMMM Bible School students.
Open MaterialsViidiyoo barnootaa, barsiisa Macaafa Qulqulluu fi leenjii tajaajilaa.
Training videos, Bible teaching and Christian ministry resources.
View VideosJMMM Ethiopia Digital Library gara fuulduraatti kitaabota, viidiyoo barnootaa, qorannoo Macaafa Qulqulluu fi qabeenya tajaajilaa hedduu qabaachuuf qophaa'a.
The JMMM Ethiopia Digital Library will continue to develop with more books, training videos, Bible studies and ministry resources.
Barnoota Macaafa Qulqulluu, leenjii tajaajilaa fi qabeenya hafuuraa waliin guddadhaa.
Grow together through Biblical education, ministry training and Christian resources.
đ Bible School đ Contact Us