JMMM Ethiopia Logo

JMMM Ethiopia

Jesus Miracle Ministry Mission Ethiopia

Wangeelaan Tajaajiluu, Dhugaan Barsiisuu

🙏 Tajaajila JMMM Ethiopia | Our Services

JMMM Ethiopia Wangeela Yesuus Kiristoos babal'isuu, Dubbii Waaqayyoo barsiisuu, namoota leenjisuu fi hawaasa tajaajiluuf hojjetti.

JMMM Ethiopia serves through Gospel ministry, Biblical education, mission work, leadership training, community service and digital ministry.

🌍 Ministry Departments | Kutaa Tajaajilaa

📖 Barumsa Macaafa Qulqulluu | Bible Education

JMMM Bible School keessatti barattoota Dubbii Waaqayyoo keessatti cimsuu, beekumsa Macaafa Qulqulluu guddisuu fi tajaajilaaf qopheessuu.

We provide Biblical education and training to strengthen believers, develop Biblical knowledge and prepare people for Christian ministry.

âœī¸ Tajaajila Wangeelaa | Gospel Ministry

Wangeela Yesuus Kiristoos lallabuu, namoota gara Kiristoositti waamuu fi amantii Kiristaanaa cimsuu.

We preach the Gospel of Jesus Christ, call people to faith in Christ and help strengthen Christian faith.

🌍 Tajaajila Misiyoonii | Mission Ministry

Wangeela babal'isuu, bakka gara garaatti namoota bira ga'uu fi hojii misiyoonii hojjechuu.

We take the Gospel to different communities, serve people and support mission activities.

🤝 Tajaajila Hawaasaa | Community Service

JMMM Ethiopia namoota rakkatan, maatiiwwan dadhaboo fi hawaasa keessatti deeggarsa jaalala Kiristoosiin kennuuf hojjetti.

We serve vulnerable people, families and communities through practical support, education assistance and acts of love.

đŸ’ģ Tajaajila Dijitaalaa | Digital Ministry

Barumsa Macaafa Qulqulluu, ergaa Wangeelaa fi qabeenya hafuuraa karaa website, online training fi miidiyaa dijitaalaa tamsaasuu.

We share Bible teaching, Gospel messages and spiritual resources through websites, online learning and digital platforms.

🙏 Tajaajila Kadhannaa | Prayer Ministry

Kadhannaa, waaqeffannaa fi guddina hafuuraa cimsuuf namoota waliin hojjechuu.

We encourage prayer, worship and spiritual growth through prayer and fellowship.

🎓 Leadership & Ministry Training | Leenjii Hogganummaa fi Tajaajilaa

Tajaajiltoota, hoggantoota waldaa fi hojjettoota Wangeelaa Dubbii Waaqayyoo fi hogganummaa keessatti qopheessuu.

We train ministers, church leaders and Gospel workers for effective Christian service and leadership.

đŸ‘Ĩ Youth Ministry | Tajaajila Dargaggootaa

Dargaggoota amantii, naamusa, hogganummaa fi jireenya Kiristaanaa keessatti guddisuu.

We support young people in faith, character development and Christian leadership.

👩 Women & Family Ministry | Tajaajila Dubartootaa fi Maatii

Maatii cimsuu, dubartoota deeggaruu fi leenjii hafuuraa kennuu.

We strengthen families, support women and provide spiritual training.

👧 Children Ministry | Tajaajila Daa'immanii

Daa'imman barumsa Macaafa Qulqulluu fi guddina gaarii keessatti deeggaruu.

We help children grow through Biblical teaching and positive development.

đŸ“ĸ Evangelism & Outreach | Wangeela Babal'isuu

Namoota haaraa bira ga'uu, Wangeela lallabuu fi namoota gara Kiristoositti waamuu.

We reach people with the Gospel and share the message of Jesus Christ.

📚 Christian Literature & Digital Resources

Barreeffamoota Kiristaanaa, kitaabota, barnoota online fi Digital Library qopheessuu.

We develop Christian resources, books, online lessons and digital library materials.

â¤ī¸ Humanitarian Support | Gargaarsa Hawaasummaa

Namoota rakkatan, maatii dadhaboo fi hawaasaaf gargaarsa fi deeggarsa kennuu.

We provide humanitarian support and care for vulnerable communities.

🤝 Partnership & Collaboration

Waldoota Kiristaanaa, dhaabbilee tajaajilaa fi namoota dhuunfaa waliin hojii Wangeelaa fi tajaajila hawaasummaa keessatti hojjechuu.

We welcome partnerships and collaboration with churches, ministries, organizations and individuals.

đŸ“ĸ Media & Communications Department | Kutaa Miidiyaa fi Qunnamtii

JMMM Ethiopia karaa miidiyaa fi teeknooloojii dijitaalaa fayyadamuun Wangeela Yesuus Kiristoos, barumsa Macaafa Qulqulluu, odeeffannoo tajaajilaa fi hojiiwwan hawaasaa gara namoota hedduutti geessuuf hojjetaa jira.

JMMM Ethiopia uses digital media and communication platforms to share the Gospel of Jesus Christ, Biblical teaching, ministry information and community service activities with people locally and internationally.

🌐 Website Ministry

Website JMMM Ethiopia karaa isaa hojii Wangeelaa, Bible School, barnoota, galmee barataa, hojii hawaasaa fi odeeffannoo tajaajilaa uummataaf dhiyeessa.

The JMMM Ethiopia website provides information about the ministry, Bible School, training, registration, community service and ministry activities.

đŸŽĨ YouTube Ministry

Barumsa Macaafa Qulqulluu, lallaba, kadhannaa, sagantaalee tajaajilaa fi viidiyoo leenjii karaa YouTube tamsaasuu.

Sharing Biblical teaching, preaching, prayer, ministry programs and training videos through YouTube.

📱 Facebook Ministry

Ergaa Wangeelaa, jechoota jajjabinaa, barumsa Macaafa Qulqulluu fi odeeffannoo JMMM Ethiopia karaa Facebook tamsaasuu.

Sharing Gospel messages, encouragement, Biblical teaching and JMMM Ethiopia updates through Facebook.

📲 Telegram Ministry

Barumsa Macaafa Qulqulluu, kadhannaa, lesson fi odeeffannoo tajaajilaa karaa Telegramtti namoota biraan ga'uu.

Delivering Bible lessons, prayer materials, teachings and ministry updates through Telegram.

📖 Digital Bible Lessons

Barumsa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo fi Englishiin qopheessuun karaa miidiyaa dijitaalaa namootaaf dhiyeessuu.

Preparing and distributing Biblical lessons in Afaan Oromo and English through digital platforms.

📰 JMMM News & Announcements

Sagantaalee, hojiiwwan, leenjiiwwan, galmee barattootaa fi odeeffannoo barbaachisaa JMMM Ethiopia yeroo yeroon beeksisuu.

Publishing ministry news, programs, training opportunities, student registration and important announcements.

đŸŽŦ Video Teaching & Production

Barumsa Macaafa Qulqulluu, leenjii tajaajilaa fi ergaa Wangeelaa gara viidiyoo qulqulluutti qopheessuun namoota biraan ga'uu.

Producing Biblical teaching, ministry training and Gospel messages in accessible video formats.

đŸ“Ŗ Gospel Media & Outreach

Miidiyaa dijitaalaa fayyadamuun Wangeela gara namoota biyya keessaa fi biyya alaa jiranitti geessuu.

Using digital media as a tool for Gospel outreach to people locally and internationally.

🌟 Kutaa Hojii Haaraa | New Ministry Departments

👨‍đŸ’ŧ Leadership Development Center

Hoggantoota fi tajaajiltoota Waaqayyoo amanamoo, beekumsa fi dandeettii hoggansaa qaban qopheessuu fi leenjisuu.

Developing faithful Christian leaders and servants through leadership training, mentoring and ministry development.

đŸ’ŧ Vocational & Skills Training

Dargaggootaa fi miseensota hawaasaa ogummaa hojii fi of danda'uu cimsuuf leenjisuu.

Providing practical skills and vocational training to help youth and community members build sustainable livelihoods.

đŸ“ĸ Media & Communications Department

Ergaa Wangeelaa fi barumsa Macaafa Qulqulluu karaa website, YouTube, Facebook fi Telegram tamsaasuu.

Communicating the Gospel, Biblical teaching and ministry activities through digital media and social platforms.

đŸĨ Health & Wellness Ministry

Hubannoo fayyaa, qulqullina jireenyaa fi deeggarsa fayyaa hawaasa keessatti cimsuu.

Promoting health awareness, healthy living and community support initiatives.

👨‍👩‍👧 Family Development Program

Maatii cimsuu, hariiroo maatii fooyyeessuu fi gorsa maatii kennuu.

Strengthening families through Biblical family education, counseling and practical support.

🌱 Livelihood & Economic Empowerment

Maatii fi namoota dadhaboo gara of danda'uu fi jireenya itti fufiinsa qabuutti ceesisuuf gargaaruu.

Supporting vulnerable families and individuals toward sustainable livelihoods and greater self-reliance.

📑 Research & Documentation Department

Seenaa, hojii fi bu'aa tajaajila JMMM Ethiopia qorachuu, galmeessuu fi kuusuu.

Researching, documenting and preserving the history, programs and ministry impact of JMMM Ethiopia.

🌍 International Relations Department

Dhaabbilee Kiristaanaa fi michoota biyya keessaa fi alaa waliin hariiroo fi partnership cimsuu.

Building professional relationships and partnerships with churches, organizations and international partners.

🌍 Our Vision | Mul'ata Keenya

JMMM Ethiopia mul'ata isaa keessatti dhaabbata Kiristaanaa amanamaa, kan Wangeela babal'isu, namoota leenjisu, hawaasa jijjiiru fi Mootummaa Waaqayyoo tajaajilu ijaaruu irratti xiyyeeffata.

JMMM Ethiopia's vision is to become a trusted Christian ministry that spreads the Gospel, trains people, transforms communities and serves the Kingdom of God.

đŸŽ¯ Our Mission | Ergama Keenya

Ergamni JMMM Ethiopia Wangeela Yesuus Kiristoos lallabuu, Dubbii Waaqayyoo barsiisuu, tajaajiltoota qopheessuu fi hawaasa jaalala Kiristoosiin tajaajiluu dha.

Our mission is to preach the Gospel of Jesus Christ, teach God's Word, prepare servants and serve communities with the love of Christ.

📖 History | Seenaa JMMM Ethiopia

JMMM Ethiopia (Jesus Miracle Ministry Mission Ethiopia) bara 2016 hundeeffamee, hojii Wangeelaa, barnoota Macaafa Qulqulluu, leenjii tajaajiltootaa fi tajaajila hawaasummaa irratti hojjechaa jira.

JMMM Ethiopia was established in 2016 and has been serving through Gospel ministry, Biblical education, ministry training and community service.

📊 Ministry Impact | Bu'aa Hojii Keenya

  • 📖 Barnoota Macaafa Qulqulluu kennuu
  • 🎓 Tajaajiltoota fi hoggantoota leenjisuu
  • 🌍 Wangeela babal'isuu
  • 🙏 Kadhannaa fi guddina hafuuraa cimsuu
  • đŸ‘Ĩ Dargaggoota fi maatii deeggaruu
  • 👧 Daa'imman barumsa Macaafa Qulqulluutiin deeggaruu
  • 🤝 Hawaasa keessatti hojii jaalala Kiristoos mul'isuu
  • đŸ’ģ Barnoota karaa dijitaalaa tamsaasuu

JMMM Ethiopia continues to impact lives through Biblical education, Gospel outreach, leadership training, prayer ministry and community service.

🤝 Partnership & Collaboration

JMMM Ethiopia waldoota Kiristaanaa, dhaabbilee tajaajilaa, fi namoota dhuunfaa hojii Wangeelaa fi tajaajila hawaasummaa keessatti waliin hojjechuuf qophii dha.

JMMM Ethiopia welcomes partnerships and collaboration with churches, ministries, organizations and individuals to advance Gospel work, Christian education and community service.

â¤ī¸ Our Commitment | Waadaa fi Kutannoo Keenya

JMMM Ethiopia Wangeelaan tajaajiluu, Dhugaa barsiisuu, jaalala Kiristoos mul'isuu fi hawaasaaf amanamummaadhaan tajaajiluu irratti kutannoo qaba.

JMMM Ethiopia is committed to serving through the Gospel, teaching the truth, demonstrating the love of Christ and serving communities faithfully.

📍 Contact & Ministry Center

JMMM Ethiopia waliin wal qunnamuuf karaa armaan gadii fayyadamaa.

Jesus Miracle Ministry Mission Ethiopia

📍 Location
Nekemte, Wallagga, Oromiyaa, Ethiopia

📧 Email
officialjmmmethiopia@gmail.com

📞 Phone
+251 998 747 883