JMMM Ethiopia Logo

JMMM Ethiopia

Jesus Miracle Ministry Mission Ethiopia

Deeggarsa Nuuf Godhaa | Support Us

JMMM Ethiopia hojii Wangeelaa, barnoota Macaafa Qulqulluu, tajaajila hawaasummaa fi hojii misiyoonii gaggeessuuf deeggarsa namoota jaalalaan nu deeggaran barbaada.

JMMM Ethiopia welcomes support from individuals, churches, organizations and partners who want to participate in Gospel ministry, Bible education, mission work and community service.

Kaayyoo Deeggarsaa | Areas of Support

📖 Barnoota Macaafa Qulqulluu | Bible Education

JMMM Bible School keessatti barattoota leenjisuu, barumsa Macaafa Qulqulluu babal'isuu fi tajaajiltoota Waaqayyoo qopheessuuf.

Supporting Biblical education, student training and Christian ministry preparation.

âœī¸ Tajaajila Wangeelaa | Gospel Ministry

Wangeela Yesuus Kiristoos lallabuu fi namoota gara beekumsa Dubbii Waaqayyootti fiduuf.

Supporting Gospel preaching, Biblical teaching and spiritual ministry.

🌍 Hojii Misiyoonii | Mission Ministry

Tajaajila misiyoonii babal'isuu fi Wangeela bakka adda addaatti geessuuf.

Supporting mission activities and Gospel outreach in different communities.

🤝 Tajaajila Hawaasummaa | Community Service

Harka qalleeyyii, maanguddoota, daa'imman, haadholii fi maatiiwwan rakkatan deeggaruuf.

Supporting vulnerable people, families, children and community service activities.

đŸ’ģ Tajaajila Dijitaalaa | Digital Ministry

Website, Online Bible School, Digital Library fi miidiyaa hawaasaa cimsuuf.

Supporting the JMMM website, Online Bible School, Digital Library and digital ministry.

Akkaataa Deeggarsaa | Ways to Support

💰 Deeggarsa Maallaqaa | Financial Support

đŸ“Ļ Deeggarsa Meeshaalee | Material Support

🤝 Tajaajila Fedhii | Volunteer Service

🌍 Tumsa Dhaabbilee | Partnership

đŸĻ Deeggarsa Karaa Bankii | Bank Support

Deeggarsa keessan karaa accountoota bankii JMMM Ethiopia armaan gadiitiin erguu dandeessu.

You can support JMMM Ethiopia through the following organizational bank accounts.

đŸĻ Oromia Bank

Account Name:
Dhaabbata Ergama Tajaajila Dinqii Yesuus Itoophiyaa

đŸĻ Awash Bank

Account Name:
Dhaabbata Ergama Tajaajila Dinqii Yesuus Itoophiyaa

🙏 Maaloo yeroo accountitti maallaqa ergtan, maqaa dhaabbatichaa fi lakkoofsa accountii sirriitti mirkaneeffadhaa.

đŸ’Ŧ WhatsApp | Nu Qunnamaa

Deeggarsa, odeeffannoo ykn hojii JMMM Ethiopia irratti gaaffii yoo qabaattan karaa WhatsApp nu qunnamaa.

For support, information or partnership, contact JMMM Ethiopia through WhatsApp.

đŸ’Ŧ WhatsApp irratti Nu Qunnamaa

đŸ’ŗ Deeggarsa | Donate Now

Deeggarsa JMMM Ethiopia hojii Wangeelaa, barnoota Macaafa Qulqulluu fi tajaajila hawaasaa cimsuuf godhuu dandeessu.

You can support JMMM Ethiopia through financial support for Gospel ministry, Bible education, mission work and community service.

🙏 Galatoomaa | Thank You

Deeggarsi keessan hojii Wangeelaa, barnoota Macaafa Qulqulluu fi tajaajila hawaasaa cimsuuf gargaara.

Your support helps strengthen Gospel ministry, Bible education, mission work and community service.

Waaqayyo jaalala fi deeggarsa keessan hunda haa eebbisu.

Thank you for supporting JMMM Ethiopia.