Jesus Miracle Ministry Mission Ethiopia
Wangeelaan Tajaajiluu, Dhugaan Barsiisuu
Kutaa Miidiyaa fi Qunnamtii | JMMM Ethiopia
JMMM Ethiopia karaa miidiyaa fi teeknooloojii dijitaalaa fayyadamuun Wangeela Yesuus Kiristoos, barumsa Macaafa Qulqulluu, odeeffannoo tajaajilaa fi hojiiwwan hawaasaa gara namoota hedduutti geessuuf hojjetaa jira.
JMMM Ethiopia uses digital media and communication platforms to share the Gospel of Jesus Christ, Biblical teaching, ministry information and community service activities with people locally and internationally.
Website JMMM Ethiopia karaa isaa hojii Wangeelaa, Bible School, barnoota, galmee barataa, hojii hawaasaa fi odeeffannoo tajaajilaa uummataaf dhiyeessa.
The JMMM Ethiopia website provides information about the ministry, Bible School, training, registration, community service and ministry activities.
đ Visit WebsiteBarumsa Macaafa Qulqulluu, lallaba, kadhannaa, sagantaalee tajaajilaa fi viidiyoo leenjii karaa YouTube tamsaasuu.
Sharing Biblical teaching, preaching, prayer, ministry programs and training videos through YouTube.
âļī¸ YouTubeErgaa Wangeelaa, jechoota jajjabinaa, barumsa Macaafa Qulqulluu fi odeeffannoo JMMM Ethiopia karaa Facebook tamsaasuu.
Sharing Gospel messages, encouragement, Biblical teaching and JMMM Ethiopia updates through Facebook.
đ FacebookBarumsa Macaafa Qulqulluu, kadhannaa, lesson fi odeeffannoo tajaajilaa karaa Telegramtti namoota biraan ga'uu.
Delivering Bible lessons, prayer materials, teachings and ministry updates through Telegram.
đ˛ TelegramErgaa Wangeelaa, odeeffannoo tajaajilaa fi qunnamtii hawaasaa karaa WhatsApp namoota biraan ga'uu.
Using WhatsApp to share Gospel messages, ministry information and maintain communication with the community.
đŦ WhatsAppErgaa Wangeelaa, barumsa Macaafa Qulqulluu, viidiyoo gabaabaa fi odeeffannoo tajaajilaa karaa TikTok namoota biraan ga'uu.
Sharing Gospel messages, Biblical teaching, short videos and ministry updates through TikTok.
đĩ TikTokBarumsa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo fi Englishiin qopheessuun karaa miidiyaa dijitaalaa namootaaf dhiyeessuu.
Preparing and distributing Biblical lessons in Afaan Oromo and English through digital platforms.
Barumsa Dubbii Waaqayyoo fi hubannoo Macaafa Qulqulluu cimsuu.
Strengthening Biblical understanding through Bible teaching.
Qabiyyee kadhannaa fi guddina hafuuraa qopheessuu.
Preparing prayer materials and resources for spiritual growth.
Barnoota fi leenjii tajaajilaa karaa dijitaalaa qopheessuu.
Preparing ministry and Christian training materials digitally.
Sagantaalee, hojiiwwan, leenjiiwwan, galmee barattootaa fi odeeffannoo barbaachisaa JMMM Ethiopia yeroo yeroon beeksisuu.
Publishing ministry news, programs, training opportunities, student registration and important announcements.
Barumsa Macaafa Qulqulluu, leenjii tajaajilaa fi ergaa Wangeelaa gara viidiyoo qulqulluutti qopheessuun namoota biraan ga'uu.
Producing Biblical teaching, ministry training and Gospel messages in accessible video formats.
Miidiyaa dijitaalaa fayyadamuun Wangeela gara namoota biyya keessaa fi biyya alaa jiranitti geessuu.
Using digital media as a tool for Gospel outreach to people locally and internationally.
Kaayyoon Kutaa Miidiyaa fi Qunnamtii JMMM Ethiopia, Wangeela Yesuus Kiristoos, Dhugaa Macaafa Qulqulluu fi hojii tajaajilaa karaa ammayyaa fi salphaa ta'een namoota biyya keessaa fi biyya alaa jiran biraan ga'uu dha.
The purpose of the Media & Communications Department is to communicate the Gospel of Jesus Christ, Biblical truth and ministry activities through accessible and modern communication platforms.
JMMM Ethiopia waliin wal qunnamuun barumsa, kadhannaa, tajaajila Wangeelaa fi hojii hawaasaa keessatti nu waliin hojjedhaa.
Connect with JMMM Ethiopia through our digital platforms for Bible teaching, prayer, Gospel ministry and community service.
Jesus Miracle Ministry Mission Ethiopia
đ Nekemte, Wallagga, Oromiyaa, Ethiopia
đ§ officialjmmmethiopia@gmail.com
đ +251 998 747 883
đ jmmethiopia.org.et
Wangeelaan Tajaajiluu, Dhugaan Barsiisuu