JMMM Ethiopia pirojektota Wangeelaa, barnootaa, hawaasummaa, misiyoonii fi dijitaalaa qopheessuun hojii tajaajilaa isaa cimsuu fi hawaasa gargaaruuf hojjechaa jira.
JMMM Ethiopia develops Gospel, education, community support, mission and digital ministry projects to strengthen its ministry and serve communities.
The objectives of our projects are to spread the Gospel, strengthen Biblical education, equip servants of God, support vulnerable communities, expand mission work and use digital technology for ministry.
Kaayyoon pirojektichaa Wangeela Yesuus Kiristoos babal'isuu, namoota barsiisuu, kadhannaa fi tajaajila hafuuraa cimsuu dha.
This project focuses on spreading the Gospel of Jesus Christ, Biblical teaching, prayer and spiritual ministry.
JMMM Bible School guddisuu, koorsiiwwan Macaafa Qulqulluu qopheessuu, barattoota tajaajilaaf leenjisuu fi beekumsa Dubbii Waaqayyoo cimsuu.
This project develops Biblical education, training courses and ministry preparation through JMMM Bible School.
Mana Barumsaa Macaafa Qulqulluu sadarkaa Certificate, Diploma fi gara fuulduraatti Degree kennuu danda'u guddisuu.
The project aims to develop JMMM Bible School programs including Certificate, Diploma and a future Degree program subject to the required approval.
Harka qalleeyyii, maatii rakkatan, ijoollee fi namoota deeggarsa barbaadan gargaaruu.
This project supports vulnerable families, children and people in need through community service and social support.
Website, Digital Library, Student Portal fi Online Bible Training sirna dijitaalaa irratti hundaa'e guddisuu.
This project develops digital ministry tools including the JMMM website, Digital Library, Student Portal and Online Bible Training.
Bakka adda addaatti hojii misiyoonii gaggeessuu, namootaaf tajaajila Wangeelaa geessisuu fi barsiisa Macaafa Qulqulluu babal'isuu.
This project supports mission activities, Gospel outreach and Biblical teaching in different communities.
JMMM Ethiopia is committed to developing sustainable projects that strengthen ministry, Biblical education, community service and mission work.
Pirojektota JMMM Ethiopia keessatti hirmaachuuf, deeggarsa gochuuf ykn hojii waliin hojjechuuf nu qunnamaa.
To support JMMM Ethiopia projects, partner with us or discuss project collaboration opportunities, please contact us.
â¤ī¸ Support Us đ Contact Us